Fana: At a Speed of Life!

Gaanaa 1 -0 Ityoophiyaa

Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Gulaallii Waancaa Addunyaa 2022 Kuwaatar qopheessituuf Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa ramaddii jalqabaa gita isaa Gaanaa waliin taphate olaantummaa Gaanaan xumurame.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Istaadiyeemii Kiippi Koostiitti falmii cimaa taasiisus dogongora goolii eegaa Ityoophiyaan daqiiqaa 35ffaatti goolii 1 galeen taphichi injifannoo Gaanaan xumurameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.