Fana: At a Speed of Life!

Jilli garee Angoolaa Ityoophiyaatti damee Loojistiksiin muuxxannoo waljijjiirraa gaggeesse

Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Jilli garee Abbaa Taaayitaa Maariitaayimii  Angoolaa Ityoophiyaatti damee Loojistiksiin muuxxannoo waljijjiirraa gaggeesseera.

Jilichi Damee Loojistiksiin Ityoophiyaan muuxxannoo hojmaataa, hirmaannaa abbootii qabeenyaa dhuunfaa, haala rakooon muudatan Itti furamanirraatti muuxxannoo fudhachuu ibsameera.

Daayreektarri  olaanaan Abbaa Taaayitaa Maariitaayimii Ityoophiyaa obbo Makonniin Abarraa muuxxannoo waljijjiirraa garichi taasiiseef galateeffachuu ragaan Abbaa Taayitichaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.