Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Buttaajiraatti hirirri balaalleeffannaa Shanee fi ABUT gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Godina Guraagee magaalaa Buttaajiraatti hirirri balaaleefannaa gareewwan dhororkeessitoota Shaanee fi ABUT gaggeeffameera.

Jiraattoonni godina Guraagee gareen shororokeessaa ABUT namoota nagaarraa dhibbaa qaqqabsiisaa jiru balaleeffachuun deeggarsa raayyaa ittisa biyyaaf qaban agarsiisaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.