Fana: At a Speed of Life!

Jiraattonni Magaalaa Nageellee garee shororkeessaa ABUT fi Shanee hiriira bahuun balaaleffatan Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Nageellee garee shororkeessaa ABUT fi Shanee hiriira bahuun balaaleffataniiru. Godina Gujii Magaalaa Nageellee fi jiraattonni naannichaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleeffachuun hiriira bahaniiru. Jiraattonni hiriiricha bahan kunneen dhaadannoo ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT raawwachaa jiru hin obsinu,qarree fi qeerroon gaachana biyyaati kan jedhu dhaadhannoo dhageessisaniiru. Hiriiricha irratti dargaggoonni, jaarsoleen biyyaa, abbootii Gadaa dabalatee kutaaleen hawaasaa irratti argamaniiru. Maddi:-TOI Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama https://t.me/afanoromofana Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)-Jiraattonni Magaalaa Nageellee garee shororkeessaa ABUT fi Shanee hiriira bahuun balaaleffataniiru.

Godina Gujii Magaalaa Nageellee fi jiraattonni naannichaa garee shororkeessaa ABUT fi Shanee balaaleeffachuun hiriira bahaniiru.

Jiraattonni hiriiricha bahan kunneen dhaadannoo ajjeechaa gareen shororkeessaa ABUT raawwachaa jiru hin obsinu,qarree fi qeerroon gaachana biyyaati kan jedhu dhaadhannoo dhageessisaniiru.

Hiriiricha irratti dargaggoonni, jaarsoleen biyyaa, abbootii Gadaa dabalatee kutaaleen hawaasaa irratti argamaniiru.

Maddi:-TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.