Fana: At a Speed of Life!

Walaayittaa Sooddootti hiriirri deeggarsaa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) –Jiraattoonni aanaalee godina Walaayittaa hunda keessaa walitti babba’an Magaalaa Walaayittaa Sooddootti hiriira ba’uun deeggarsa Raayyaa Ittisaaf qaban agarsiisaniiru.
 
Jiraattoonni kunneen gochaa badii garee shororkeessaa ABUT kan balaaleeffatan ta’uu ibsaniiru.
 
Hiriirichi ‘ani Raayyaa Ittisaa cinaan jira, biyya koof loltuudhaa, biyya koof nan duula eessattuu, yoomiyyuu’ mata duree jedhuun gaggeeffamuu ibsameera.
 
Xilahuun Huseentu gabaase.
 
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.