Fana: At a Speed of Life!

Mariin Addis Wag ‘kutannoon birmadummaa biyyaaf’ mata duree jedhuun gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Mariin Addis Wag ‘kutannoon birmadummaa biyyaaf’ mata duree jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira jedhame.
Waltajjichaan mariin qabeenya diinagdee, xinsammuu, Hog barruu, fi nageenyarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni muul’isa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.