Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiseera.
Yuunvarsiitichi meeshaalee Birrii miiliyoona 1.2tti tilmaamamu lammiilee buqqa’aaniif deeggarsa taasiseera.
Yuunvarsiitichi Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Affaariitti weerara gaggeesseen lammiilee naannoo Walloo kaabaati buqqa’aniif deeggarsa kan taasisee.
Allabbaachaawu Abbaatitu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.