Giddugalli beekumsaa Jimmaa Dijiitaal jedhamu Yuunvarsiitii Jimmaatti hundeeffame
Finfinnee, Hagayya 18, 2013 (FBC)- Giddugalli beekumsaa Jimmaa Dijiitaal jedhamu Yuunvarsiitii Jimmaatti hundeeffameera.
Giddugalichi oomishaa bunaa fi sirna bittaa, bu’aa kalaqaa gara gabaatti galchuu fi barattoota eebbifamaniif carraa hojii uumuuf haala mijeessuurratti kan xiyyeeffateedha jedhameera.
Giddugalli beekumsa kun dhaabbilee walfakkatoo biyyattitti argamaan dandeetti hojii hiikuu fi muuxannoo akka argataaniif shooraa olaanaa akka qabu yuunvarsiitichi beeksiseera.
Giddugala beekumsicha hojiirra olchuuf kan kaayyeeffatee woorkishooppiin koolleejjii qonnaa fi wallaa’nsaa beelladaa yuunvarsiitichaatti gaggeeffameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.