Fana: At a Speed of Life!

Balaa Konkolaataa magaalaa Shaashamanneetti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe

Finfinnee, Hagayya 16, 2013 (FBC) – Balaa Konkolaataa halkan edaa naannoo sa’aatii 5:00 magaalaa Shaashamanneetti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsameera.

Konkolaattoonni fe’umsaa 2 muka fe’anii kallattii faallaan imalaa turan addabaabayiirratti walitti bu’uun balaa kana qaqqabsiisuu Itti gaafatamaan damee to’aannii Tiraafikaa Qajeelcha Poolisii magaalichaa Komaandar Umar Karaamoon Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif himaniiru. .

Geetaachoo Muul’ataatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.