Fana: At a Speed of Life!

Lammiileen 378 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 378 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
 
Namoota deebi’an keessaa 231 dubartoota yoo ta’an, 147 ammoo daa’imman ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
 
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.