Humni diinaa garee shoroorkeessaa olaanaa Tsaadiqaan G/Tinsaa’een durfamu raayyaa ittisa biyyaan rukutame
Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Humni diinaa garee shoroorkeessaa olaanaa Tsaadiqaan G/Tinsaa’een durfamu raayyaa ittisa biyyaa Walloo Kaabaarratti bobba’een rukutameera.
Yeroo amma kana miseensoota raayyaa ittisa biyyaa, humna addaa akkasumas milishaa fi qonnaan bultoota nannichaan marfameera.
Humni dadhabee kun ba’umsaa Gaashanaa, Maaqeet, Muujjaa, Naafsaarratti rukutamuu fi bittana’aa jira jedhameera.
Maddi:-Raayyaa Ittisa Biyyaa
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.