Fana: At a Speed of Life!

Baankiin Awaash fi Diiskavar Giloobaal Neetwark waliin hojjechuuf walii galan

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Baankiin Awaashii fi dhaabbanniTajaalija Kaardii Diiskavar Giloobaal Neetwark teessoon isaa Ameerikaa ta’e waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.

Waliigaltichi tajaalijaa Kaardii idil addunyaa hawaasa Daldalaa Ityoophiyaa guddisuuf kan dandeessiisu ta’uu himameera.

Dabalataan Ityoophiyaatti hamma daldalaa guddisuuf shoora olaanaa qabaachuu Dhaabbata Tajaalija Kaardii Diiskavar Giloobaal Neetwarkitti Itti aanaan Preezdaantii Gabaa Idil Addunyaa Maat Sloowaan.

Dhaabbata Tajaalija Kaardii Diiskavar Giloobaal Neetwark waliin hojjechuun falannoo kaffaltii naannoo fi idil addunyaa dabaluuf qooda qabaachuu Baankii Awaashitti Ofiisarri Gurgurtaa waliigalaa Baankiingii obboTaaddasaa Gammadaa ibsaniiru.

Galii guddisuufis ga’ee olaanaa qabachuu obbo Taaddasaan dubbachuu isaanii ragaan Baankicharraa argame ni muul’isa..

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.