Fana: At a Speed of Life!

Hojjeettoonni Baankii Biyyoolessaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 15 arjooman

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Hojjeettoonni Baankii Biyyoolessaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 15 arjoomaniiru.

Miseensoonni manaajimeentii fi hojjeettoonni baankichaa walga’ii har’aa gaggeessaniin, gootichaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa barbaachisaa akka taasisaan mirkaneesaniiru.

Hojjeettoonni kunneen miindaasaanii baatii tokkoo Birrii miiliyoona 15 ol laataniiru.

Dabalataanis kana dura dhiiga arjoomuu akka itti fufaan mirkaneessaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.