Fana: At a Speed of Life!

Oromiyaatti guyyaa tokkotti kenna tajaajila lammummaan manneen harka qalleeyyii kuma1 fi 50 ijaaruun eegalame

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti guyyaa tokkotti hojii kenna Tajaajila Lammummaatiin Manneen Harka Qalleeyyii kuma 1 fi 50 ijaaruun eegalameera.
Naannoo Oromiyaatti guyyaa har’aa qopheessummaa Biiroo Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa naannichaan manneen harka qalleeyyii kuma 1 fi 50 guyyaa tokkotti ijaaruuf karoorfamee ture qabatamaan godinaalee fi magaalota Oromiyaa hunda keessatti hojirra ooleera .
Milkaa’ina hojii kanaatif Jaarsoliin biyyaa,hojjettoonni mootummaa,Qaamoleen Nageenyaa,Abbootiin Amantaa, Jarmiyaaleen Dubartootaa fi Dargaggootaa hirmaachuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Naannoo Oromiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.