Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyiin Aartii Godina Walloo Kibbaatti argamuu deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf qaban ibsan

Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) – Ogeeyyiin Aartii Godina Walloo Kibbaa fi Magaalaa Finfinnee irraa walitti babba’anii godina Walloo Kibbaa ganda Golbootti argamuun deegarsa qabanii ibsaniiru.
Ogeeyyii Aartii kunneen ogummaa qabaniin alaa wanta qabaniin hundaan gooticha raayyaa ittisa biyyaa cinaa kan dhabbatanii ta’uu himanii jiru.
Sadarkaa ministeraatti qindeessan sirna ijaarsa dimookiraasii mootummaa federaalaa Dr.Alamuu siime sirnicha irratti gootichaa raayyaa itti biyyaaf deeggarsaa qaban ibsaniiru.
Gammachuu Beekumatu gaabase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.