Fana: At a Speed of Life!

Humni garee ABUT adda Afaariin haleellamaa jira

Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) – Humni garee ABUT adda Afaariin haleellamaa jiraachuu ibsameera.

Humni garee shororkeessaa ABUT karaa Afaar aanaalee 4n seenuuf yaalaa tureerratti tarkaanfiin keessa deebii hin qabne fudhatamaa jiraachuu Ajejaan Humna Addaa Naannoo Afaar gargaaraan Komishiniraa Mahaammad Siraaj Faanaa Broodkaastiing Korporeetiif himaniiru.

Ummanni naannichaa humna adda cinaa hiriiruun garicha haleelaa jiraachuu kaasaniiru.

Humni garee shororkeessaa ABU hedduun booji’amuu ibsaniiru.

Juuntaan konkolaattoota waraanaa hedduu gatee dheeffuu dubbataniiru.

Awwal Abarraa fi Xibabasillaasee Jambaruutu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.