Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Warqinaan Afrikaa Bahaatti ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afarikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoo Afrikaa Bahaatti ergamaa Addaa Ameerikaa Jeefirii Fiiltimaan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota naannicha ilaallaturratti mari’achuu isaanii Dooktar Warqinaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Mootummoonni Misoomaa Baha Afarikaa fi Ameerikaan naannichatti nagaa buusuu fi tumsa misoomaa haala cimsuu danda’anirratti mari’achuu isaanii himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.