Fana: At a Speed of Life!

Waldaa Federeeshinii Qaamaa Miidhamtootaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasise

Finfinnee, Hagayya 10, 2013(FBC)- WaldaaFedereeshiniin  Qaamaa Miidhamtootaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasiseera.

Waldichi Raayyaa Ittisa Biyyaatiif garee shororkeessaa TPLF dhabamsiisuuf waan hojjetaa jiru deeggaruuf hojjattoonnii fi Federeshinichi Birrii kuma 100 fi Holoota 40 ol Raayyaa Ittisa Biyyaatiif arjoomeera.

Preezdaantiin waldichaa aadde Wayinisheet Muluusaw gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa keenya bira dhaabbannee jajjabeessuf deeggarsa kana taasifne jedhaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.