Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Jigjigaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeeffame

Finfinnee, Hagayya 8, 2013 (FBC) – Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa Biyyaa fi balaaleffannaa garee ABUT gaggeeffameera.
Hiriiricharratti itti aanaan Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa naannichaa argamaniiru.
Hiriira Istaadiyeemii magaalaa Jigjigaatti gaggeeffame kanaan ergaawwan Raayyaa Ittisaa Jajjabeessanii fi garee shororkeessaa ABUT balaaleeffatan darbuu miidiyaan naannichaa gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.