Preezdaantiin Madaagaaskar Ministiroota hunda gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) – Preezdaantiin Madaagaaskar Andii Raajooliinaan Ministiroota hunda gaggeessuun dhaga’ame.
Preezdaantichi sababa maaliif Ministiroota hunda akka gaggeessan wanti ifatti beekkame hin jiru jedhameera.
Preezdaant Andii Raajooliinaan Ministiroota tokko tokko argachuun raawwiin isaanii daraan gadi aanaa ta’uu hubachiisanii turan jedhame.
Maddi:-CGTN
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.