Fana: At a Speed of Life!

Ogeeyyii aartii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaaniif sagantaan gaggeessaa raawwatamaa jira

Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Ogeeyyii aartii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaaniif sagantaan gaggeessaa Mana Qopheessaa Magaalaa Finfinneetin raawwatamaa jira.

Sagantaa gaggeessichaarratti itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Ministir deettaan Ministeera Aadaa fi Tuuriziimii aadde Bizuunash Masaraatii fi hoggantoonni hojii mootummaa olaanoon argamaniiru.

Ogeeyyiin aartii kunneen Biiroo Aadaa fi Tuuriziimiitti kan argamuu manneen tiyaatiraarra kan walitti babba’aan ta’uu ibsameera.

Mattaagas Ayyallaanyitu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.