Fana: At a Speed of Life!

Aadde Mufariyaat Ambaasaaddara Ingiliz waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliz Dooktar Alaastaayer Maakfiil waliin mari’ataniiru.
 
Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay, Amaaraa fi Afaar haala saffisaan dhiyeessuun danda’amuu fi dhimmoota waqtaawaarratti mari’ataniiru.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
 
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
 
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.