Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraa ajjeechaa sukanneessaa garee ABUT lammiilee nagaarratti raawwateef gadda itti dhaga’amee ibse

Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa naannoo Amaaraa ajjeechaa sukanneessaa garee ABUT lammiilee nagaarratti raawwateef gadda itti dhaga’amee ibseeera.

Gareen shororkeessa ABUT ajjeechaa sukanneessaa daa’immaanii fi dubartootaa naannoo Affaar Faantii Raasuu da’aannaa yeroo Gaalimaakoo keessaatti argaman irratti raawwateef gadda itti dhaga’amee ibseera.

Mootummaan naannichaa ibsa baaseen, daangaa Ityoophiyaa kan kabachiisuu ummaattoota naannoo Affaar irratti haleellaa sukanneessaa fi weerara raawwateen yoo deebiin hin laatamneef haleellaa biroo Ityooophiyaanootarratti akka raawwatuu beekamee gareen shorokeessaa kun irree tokkoon akka barbadaa’uuf waamicha dhiyeessera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.