Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Harariitti bu’uraaleen misoomaa fayyaa Birrii miiliyoona 19.3 ijaarramaan eebbifaman

Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Naannoo Harariitti bu’uraaleen misoomaa fayyaa Birrii miiliyoona 19.3 ijaarramaan eebbifamaniiru.

Naannichatti jilli preezdaant Ordiin Badiriin durfamu bu’uraalee misoomaa naannichatti ijaarramaa jiru daawwateera.

Dabalatanis jilli preezdaantichaan durfamu sagantaa ashaaraa magariisaas gaggeesseera.

Iyoonaadaab Andu’aleemtu gabaase

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.