Fana: At a Speed of Life!

Abbaan Taayitichaa buufatalee reediyoo 76’f eeyyama laate

Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa buufatalee reediyoo 76’f eeyyama tamsaasaa laachuu ibseera.

Abbaan Taayitichaa eeyyama laachuu buufatalee reediyoo ilaalchisee odeeffannoo laateera.

Kanaafis hanga har’aatti waliigala buufatalee reediyoo 76’f eeyyamaa laachuu ibsuun, kanneen keessaa 54 tamsaasaarratti akka argaman himeera.

Buufatalee reediyoo eeyyamni laatameef keessaa 14 kan daldalaa, 52 kan hawaasaa fi buufataleen 10 kan uummataati jedhameera.

Buufataleen reediyoo gara tamsasaatti hin sennee 22 qophiirraa jiraachuu ragaan abbbaa taayiticharra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.