Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Amaaraatti humnoonni adda leenjii hundagalessaa leenji’aa turan ebbiifaman

Finfinnee, Hagayya 5, 2013 (FBC)- Komishiniin poolisii naannoo Amaaraa humnoota adda leenjii hundagalessaa leenjisaa ture ebbisiiseera.
Garee shororkeessaa ABUT gochaa badii naannichatti gaggeessaa jiru qoolachuuf humna leenji’aa ture ta’us himameera.
Humnonni addaa naannichatti har’aa ebbifaman leenjii guyyoota 20 halkanii fi guyyaa kan fudhatan ta’uu itti aanaa hogganaa humna milishaa naannoo Amaaraa obbo Goshuu Sinteen himaniiru.
Leenjiitoonni leenjii hunda galeessaa fudhachuun guyyaa har’aa ebbbifaman humna badi garee ABUT qolachuuf qophii ta’uu himaniiru.
Gammachuu Beekumaatu gaabase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.