Fana: At a Speed of Life!

Imbaasichi tajaajila idilee laachurratti argama – Ambaasaaddar Futsum Araggaa

Finfinnee, Hagayya 4, 2013 (FBC) – Imbaasiin Ityoophiyaa Ameerikaa Waashingitan DCtti argamu tajaajila idilee laachaa jiraachuu Ameerikaatti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Futsum Araggaan ibsaniiru.

Ameerikaatti Imbaasiin Ityoophiyaa Waashingitan DCtti argamu tajaajila laachuu dhaabeera jechuun odeeffannoon tatamsa’aa jiru olola sobaa ta’uu Ambaasaaddar Futsum Araggaan fuula feesbuukii isaaniin ibsaniiru.

Imbaasichi tajaajila idilee laachaa jiraachuu hubachiisaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.