Fana: At a Speed of Life!

Naannoo Afaariitti lammiilee nagaa gareen ABUT miidhaa irra qaqqabsiise 48f hordoffiin yaalaa taasiifamaa jira jedhame

Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Naannoo Afaariitti lammiilee nagaa gareen ABUT miidhaa irra qaqqabsiise 48f hordoffiin yaalaa taasiifamaa jiraachuu ibsameera.

Lammiilee nagaa gareen kun miidhaa irra qaqqqabsiise 48f Hospitaala Waliigalaa Duubtiitti hordoffiin yaalaa taasiifamaa jiraachuu gareen Gaazeexeessaa Faanaa iddicha jiru gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii

https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.