Fana: At a Speed of Life!

Godina Jimmaatti harka qalleeyyiif deeggarsi taasiifame

Finfinnee, Hagayya 3, 2013 (FBC) – Sirna beekkamtii kennuu fi gammagama raawwii hojii mootummaa aanaalee godinaa Jimma guyyaa gaggeffamerraatti harka qalleeyyiif deeggarsi tasiffamerra.

Bulchaan godina Jimma obbo Abdulhakim Muluun sirnicharratti haasawa taasisaniin jijjiirrama akka biyyatti eegalamee itti fufsisuun badhaadhina hanga sadarkaa maatiitti ni mirkanessinaa jedhan.

Sagantichaarratti namoota harka qalleeyyii ta’an aanaaleerraa walitti babba’an 105 deeggarsi garagaraa Birrii kuma dhiba 3 olitti tilmaamamu laatameerra.

Namoota kanneeniif zayitiin nyaataa, daakuu,callaa guddiftuu misooma Qonnaaf laatameeraa.

Tasfahuun Kabbadaatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.