Fana: At a Speed of Life!

Ummanni Itoophiyaa mootummaa isaa filateera, mootuummaa ergamtuu hin barbaadu- Adde Adaanach Abeebee.

 

Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Ummanni Itoophiyaa mutummaa isaa filateera, mutuummaa ergamtuu hin barbaadu jedhan Kantiibaa itti aantuu Magaalaa Finfiinnee Adde Adaanach Abeebee.
Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleeffannaan garee shororkeessa TPLF har’a magaalaa Finfinneetti gaggeeffamme irratti kan kana dubbatan.
Hirirri kun gochaa dabaa fi shiira TPLF balaaleeffachu fi hanga wareegama lubbutti kan deemudha jedhan Aaddee Adaanach Abeebee.
Nageenyi feedhi qaama tokko qoofaan kan dhufu waan hin taaneef, birmadumma fi tokkummaa Itoophiyaa wareegamaan keenyaan eegna.
Hawwasni addunyaa garee shoororkeessaa ABUT, Itoophiyaannonni Awwaalan boollaa baasuuf yaaliin taasiisan daangaa irra darbee sarara diimaa keenyaa akka ta’e hubachisan jedhan.
Sagaleen miliyoonni 100 dhaggeeffatamu qabaa kan jedhan Adde Adaanach , Ummanni Itoophiyaa mootummaa isaa filateera, mootuummaa ergamtuu hin barbaadu jedhan adde Adaanach.
Dinoonni keenya sirritti haa dhaga’an yoommiyyuu eenyumaafu harka hin kenninu jedhan kantiibaan itti aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.