Fana: At a Speed of Life!

Jilli Garee Atleetiksii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan halkan eda gara Tookiyootti imale

Finfinnee, Adooleessa 21, 2013 (FBC) –Jilli Garee Atleetiksii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan halkan eda gara Tookiyootti imaleera.

Marsaa kanaan Atleetoonni fageenya meetira 800 ,kuma1 fi 500, kuma 3 gufachiisaa fi kuma shan dubartootaa hammatamaniiru..

Fageenya meetira 800 fi kuma 10 Atleetoonni dhiiraa hirmaatanis eda imalaniiru.

Dorgommiin Atleetiksii boru halkan gara barii ni eegalama.

Jila kana Ministir Deettaan Ministeera Aadaa fi Turiziimii obbo Haabtaamuu Sisaay Buufata xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti gaggeessaa taasisuufi ragaan Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.