Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantoonni naannolee Ayyaana Arafaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Preezdaantoonni naannolee Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin, kan
Afaar obbo Awwal Arbaa fi kan Naannoo Gaambeellaa obbo Umood Ujuun Ummata Ityoophiyaa maran baga ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaan nagaa geessan jedhaniiru.
Hawaasni musiliima ayyaana kana waliin kabachuun duudhaa waliin jireenyaa, walgargaarsaa fi tokkummaa caalmatti cimsuu akka qaban gaafataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.