Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitiin Asoosaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 237 eebbisiise

Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Asoosaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 237 eebbisiisuu ibsame.
Barattoonni kunneen sagantaa digirii jalqabaa fi 2ffaan kanneen barnoota isaanii hordofaa turan ta’uu
Preezdaantiin yuunvarsiitichaa Dooktar Kamaal Abduuraahiim ibsaniiru.
Yuunvarsiitii Asoosaa guyyaa har’aa digirii jalqabaaf fi 2ffaan marsaa 8ffaa barattoota kuma 2 fi 237 eebbisiisuu himaniiru.
Maasrashaa Fiqireetu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.