Fana: At a Speed of Life!

Poolisiin Dirree Dawaa waamicha ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf deebii laatee

Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Poolisiin Dirree Dawaa waamicha ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf deebii laachuu ibsame.
Poolisiin Dirree Dawaa ergama olaantummaa seeraa kabachiisuu fi shira gareen ABUT biyya diiguuf xaxaa jiru qolachuuf waamicha dhiyaateef deebii laateera.
Humni Addaa magaalichaa har’a galgala gara naannoo dirqamni itti laatameetti kan socho’u ta’uu himameera.
Guyyaa har’aa bakka miseensonni kaabinee, jaarsoliin biyyaa fi keessummoonni waamcihi taasiifameef argamanitti sirni gaggeessaa taasiifamuu ragaan Komishinii Poolisii magaalichaarraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.