Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Shaampiyoonaa taate

Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) –Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Biraaziil goolii 1 fi 0n injifachuun Shaampiyoonaa taateerti.

Gareen Biyyaalessa Arjentiinaa waggoota 28 booda yeroo jalqabaaf Shaampiyoonaa ta’eera.

Tapha xumuraa halkan kana barii Istaadiyeemii Maaraakaanaatti gaggeeffameen goolii Anjal Dii Maariin daqiiqaa 22ffaarratti galcheen Arjipentiinaan Shaampiyoonaa taateerti.

Taphaataa cimaan sarara Fuula duraa Baarseeloonaa Liiyooneel Meesiin injifannoo jalqabaa biyya isaa milkeesseera.

Maddi:- Al Jaazeera

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.