Fana: At a Speed of Life!

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Dhaabbata duubatti hin deebine hundeessuu danda’eera – Birtukaan Miidhaksaa

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Dhaabbata duubatti hin deebine hundeessuu danda’eera jedhaan Walitti Qabduun boordichaa Birtukaan Miidhaksaan.

Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaarraa barnoota arganneera jedhan.

Iftoominnii fi itti gaafatamummaan hojiitti hiikkamuu ibsaniiru.

Waan kana dura ta’ee hin beekne hojjettoonni kumni dhibbi 1 fi kumni 50 leenji’uun bobba’uu ibsaniiru.

Lammiileen hiriiran, obsaa fi abdiin ba’anii filachuun amantaa boordichaa qaban agarsiisa jedhan.

Miidiyaaleen mootummaa hunda ija tokkoon ilaaluurratti hanqinni muul’achuu kaasaniiru.

Miidiyaaleen mootummaa paartileef uwwisa ga’aa hin laanne jedhaniiru.

Afawarqi Iyyaatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.