Fana: At a Speed of Life!

Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bu’aa filannoo ifoomse

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa bu’aa filannoo marsaa 6ffaa ifoomseera.

Mana Maree naannoof:-

Naannoo Oromiyaatti paartiin Badhaadhinaa naannoo filannoo 171, Finfinnee Paartiin Badhaadhinaa naannoo filannoo 10, naannoo Sidaamaa Badhaadhinni 19, Naannoo Amaaraatti Badhaadhinni 114 argateera.

Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf :-

Mana maree bakka bu’oota uummataaf finfinnee Badhaadhinaa 22,
Afaar Badhaadhina 6
Amaaraa Badhaadhinni 114, NAMA 5
Beenishaanguul Guumuuz Badhaaddhinni 3
Dirree Dawaa Baadhaadhina 1
Gaambeellaa Badhaadhinni 3
Oromiyaa Baadhaadhinni 167, Dorgomtoonni dhuunfaa 3
Sidaamaa Badhadhinni 19
Naannoo Kibbaa Badhaadhinni 75, EZEMA 4
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.