Fana: At a Speed of Life!

Aadde Mufariyaat Kaamiil magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa Magariisaa jalqabsiisan

Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil magaalaa Harariitti biqiltuu dhaabuun Ashaaraa Magariisaa jalqabsiisaniiru.
Ministirittin preezdaantii naannichaa obbo Ordiin Badriinii fi itti aantuun preezdaantii Misiraa Abdallaa akkasumas hoggantoota hojii mootummaa olaanoo naannichaa waliin ta’uun magaalichaatti iddoo Hammarreessaa jedhamee wamaamuutti har’a biqiltuu dhaabaniiru.
Sirnicharrattis Maatiin Mana Maree Gorsaa Nageenyaafi Ambaassaaddaroonni Nageenyaa argamaniiru.
Maddi:-TOI
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.