Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 417 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 417 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin qindoomina qabu hojjetamaa jiraachuu himameera.
Bu’uuruma kanaan lammiilee kumni 2 fi 417 gara biyaasaanii akka deebi’aan taasifamuu ragaan Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii
https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.