Daarfuur waliitti bu’iinsaa fi hokkoraan burjaajjii keessa jirti
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC)- Daarfuur waliitti bu’iinsaa fi hokkoraan burjaajjii keessa jirti jedhame.
Yeroo amma kana magaalaan guddoo Daarfuur Al Gaanii fi daandiiwwan namoota mormii dhageessisanniin guutameera.
Boqaatoota magaalicharra hiiqee kan argamuu kaampii Kriindiing keessaatti daa’atan irratti waggaa tokko keessaatti yeroo lamaaf hidhattootaan haleellaan raawwatameera.
Humnoonni haleellaa raawwatan manneen hedduu gubaniis jiraattoonni kumni 50 ta’aan qee’eesaaniirra buqqa’uun isaanii ni himama.
Maddi:-Aljeeziraa
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.