Akkaadaamiin Beekkumsa Hooggansaa Afrikaa, barattoota 104 Digirii 2ffaan barsiisaa ture marsaa jalqabaaf eebbisiise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Akkaadaamiin Beekkumsa Hoggansaa Afrikaa, barattoota ogummaa garaagaraan 104 Digirii 2ffaan barsiisaa ture marsaa jalqabaaf eebbisiiseera.
Akkaadamichi barattootaa gosa barnootaa Federaaliizimii, Hoggansa, Pabilik Poolisii, nageenyaa fi walitti bu’iinsaan barsiisaa tura har’a eebbisiiseera.
Sirna eebbaa kanarratti hoggansi mootummaa, Abbootiin Gadaa fi maatiin barattootaa argamaniiru.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.