Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa imaltoota imalchiisuun sadarkaa 1ffaa qabate

Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa imaltoota imalchiisuun sadarkaa 1ffaa qabateera.

Bara Faranjootaa 2020tti daandiin qilleensichaa imaltoota imalchiisuun sadarkaa 1ffaa qabaachuu gabaasni waldaa daandii qilleensa Afrikaa ifoomseera.

Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaatti buufatanni xiyyaaraa Boolee idil addunyaa waliigala bara 2020tti imaltootaa miiliyoona 5.5 keessummessaa  jira jedhameera.

Maddi:-TOI

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.