Laabsiin waraana dhaabuu Ityoophiyaan hojiirra oolchite tarkaanfii abdii qabu ta’uu Raashiyaan beeksifte
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Laabsiin waraana dhaabuu Ityoophiyaan hojiirra oolchite tarkaanfii abdii qabu ta’uu Raashiyaan beeksifte.
Mootummaan Ityoophiyaa laabsii waraana dhaabuu hojirra oolche, naannicha keessatti jijjirama fiduuf abdii kan qabu ta’uu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomannitti Bakka Bu’aan Raashiyaa Ambaasaaddar Vaasili Nebeniziyaa ibsan.
Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsa namoomaa olaanaa naannichatti taasisaa jiruuf beekamtiin kennamu qabaa jedhan Ambaasaaddar Vaasilin.
Dhaabbileen idila addunyaa deeggarsa namoomaa haala kennuu danda’an irratti haalli mijachuufi akka qabu Ambaasaaddar Vaasilin ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.