Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Israa’eel talaallii vaayrasii koroonaa waloon oomishuufi jedhame

Finfinnee, Waxabajjii 24, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Israa’eel talaallii vaayrasii koroonaa waloon oomishuufi jedhameera.

Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Israa’eel Alaaliny Damisuu, itti aanaa ambaasaaddara Oor Daani’eelii fi Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan damee fayyaan waloon hojjechuuf irratti xiyyeeffannoo laachuun maara’achuu himameera.

Akka EBCn gabaaseetti Ityoophiyaa fi Israa’eel Ityoophiyaatti talaallii vaayrasii koroonaa oomishuuf haala isaan dandeessisuu, ijaarsa dandeettii, invastimantii damee fayyaa fi hariiroo Ministeera Fayyaa biyyoota lamaan gidduu jiru haala cimsuun danda’amuurratti mari’ataniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.