Jilli Muummee Ministira Keeniyaa duraaniiRaayiilaa Odiingaa durfamu Ityoophiyaatti daawwannaa taasise
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) – Jilli Muummee Ministira Keeniyaa duraanii Raayiilaa Odiingaa durfamu Ityoophiyaatti daawwannaa taasiseera.
Jilichaan Muummee Ministiraa Keeniyaa duraanii akkasumas hoggantoonni hojii mootummaa Keeniyaa Daandii Baaburaa fi buufata Moojii har’a daawwateera.
Maddi:-Ityoophiyaatti Imbaasii Keeniyaa
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.