Fana: At a Speed of Life!

Balaa Tiraafikaa Miizan Amaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2013 (FBC) – Baajaajii namoota 7 feete imalaa turterra balaa Tiraafika qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbuu Qajeelchi Poolisii Godina Beenchii Shakkoo ibseera.
Balichaan namoota 4 irra miidhaa cimaan qaqqabuu ibsameera.
Magaalaa Miizan Amaan iddoo Bargees jedhamuun waamamuttti Baajaajin abbaan miila sadi Siinoo Tiraakiin walitti bu’uun miidhaa ga’e ta’uu himameera.
Namoonni miidhaan irra qaqqabee Hospitaala Riifaraalaa Jimmaa fi Miizaan Teeppiitti yaallamaa jiraachuu ibsameera.
Tasfaayee Mirreessaatu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.