Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Hasan Taajuun Kuweetiitti Ambaasaaddara Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2013 (FBC) – Kuweetiitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hasan Taajuun Kuweetiitti Ambaasaaddara Emireetoota Araba Gamtoomanii Dooktar Maataar Hamad Al Nayaadii waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota hariiroo fi tumsa biyyoota lamaanii cimsuu danda’anirratti mari’achuu isaanii ragaan Kuweetiitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.