Sagantaan tajaajila lammummaa gannaa guyyaa har’a jalqabeera
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) Sagantaan tajaajila lammumma gannaa guyyaa har’a jalqabeera Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin jalqabeera.
Sagantichi manneenii haroomsuun kan jalqabsiisn ministirra Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, namni hundi tajaajila lammummaa irratti akka hirmaatan waamicha dhiyeessaniru.
Iddo tajaajilichi itti jalqabameeti manneen 15 ta’an kan haromfamanis tahu himaniiru.
Alaazaar Taadalatu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna