Aanaa Odaa Bultumitti filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC)- Godina Harargee Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumittii filannoo marsaa 6ffaa karaa nagaan gaggeeffamaa jira.
Filannoon biyyaaleessaa marsaa 6ffaan Aanaa Odaa Bultum bufataale hundaattii karaa nageenyaa fi dimokraatawaa ta’een gaggeeffamaa jiraa jedhameera.
Hawaasni Aanichaa filannoo biyyaaleessaa marsaa 6ffaa seena qabeessa karaa nageenyaa fi dimokraatawaa ta’een irratti hirmaachuun sagalee isaanii qaama naaf ta’a jadhanii itti amananiif laachaa jiraachuu ragaan waajjira kominikeeshinii aanaa Odaa Bultum irra argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.