Fana: At a Speed of Life!

Magaalaa Duukamitti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Magaalaa Duukamitti filannoon marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Magaalichatti buufanni filannoo 16 irratti lammileen kumni 21 fi 762 kaardii filannoo fudhatan sagalee laachuurratti argamu jedhame.
Dhibbaa malee bilisaan sagaalee kennaa jiraachuu jiraattoonni magaalichaa ibsaniiru.
Kaantibaan magaalaa Duukam obbo Tashaomaa Girmaan sagaalee lataniru.
Filannoo kana cinaatti duulii biqiltuu dhaabuu Asharaa Magariisa gaggeeffama jira jedhame.
Midhaksa Qachaatu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.